-
1 Saamuʼel 19:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Boodas Saaʼol Daawitiin ajjeesuu akka barbaadu ilma isaa Yonaataanittii fi tajaajiltoota isaa hundumaatti ni hime.+
-
-
Faarfannaa 71:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Diinonni koo na mormanii dubbatu,
Warri lubbuu koo balleessuu barbaadan waliin taʼanii,+
-