-
Iyyoob 38:39, 40Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
39 Leencaaf adamsitee kennuu
Yookiin fedhii nyaataa leenconni saafelli qaban guutuu ni dandeessaa?+
40 Holqa isaanii keessa yommuu ciisan
Yookiin boolla isaanii keessatti riphanii yommuu eeggatan isaan sooruu ni dandeessaa?
-
-
Faarfannaa 17:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Inni akka leenca wanta adamsu cicciruuf eeggachaa jiruu ti;
Akka leenca saafelaa riphee eeggachaa jiruu ti.
-