LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 24:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Ammas kunoo, yaa abbaa koo, fiixeen uffata keetii na harka akka jiru ilaali; fiixee uffata keetii yommuun kutu si ajjeesuu nan dandaʼan ture; ani garuu si hin ajjeesne. Ani si miidhuufis taʼe si irratti fincila kaasuuf akkan hin yaanne, kunoo amma ilaaluu fi hubachuu dandeessa; ati lubbuu koo balleessuuf na adamsaa+ kan jirtu taʼus, ani si irratti cubbuu hin hojjenne.+

  • 1 Saamuʼel 26:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Itti fufuudhaanis akkana jedhe: “Gooftaan koo ana tajaajilaa isaa kan ariʼu,+ ani maalan godhe? Yakka maaliin raawwadhe?+

  • Faarfannaa 69:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Warri sababii malee na jibban,+

      Rifeensa mataa kootii caalaa hedduu dha.

      Warri na balleessan,

      Diinonni koo warri haxxee taʼan* baayʼataniiru.

      Wantan hin hanne akkan deebisu nan dirqisiifame.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi