- 
	                        
            
            Faarfannaa 145:15, 16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
15 Ijji hundi abdiidhaan gara kee ilaala;
Atis nyaata isaanii waqtii isaatti isaaniif kennita.+
פ [Pee]
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Naahom 2:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
12 Leencichi ilmoolee isaatiif hamma isaan gaʼu adamsee ni fide,
Leencota dhaltuudhaafis hudhee ni ajjeese.
Inni boolla isaa wanta adamseen,
Holqa isaas horii ciccireen ni guute.
 
 -