Faarfannaa 104:27, 28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Waqtii isaatti nyaata isaanii akka isaaniif kennituuf+Hundi isaanii si eeggatu. 28 Wanta isaanif kennitu walitti ni qabatu.+ Yommuu harka kee bantu, wantoota gaggaariidhaan ni quufu.+ Faarfannaa 107:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Sababiin isaas, inni isa dheebote* dheebuu baaseera,Isa* beelaʼes wantoota gaggaariidhaan quubseera.+ Faarfannaa 132:14, 15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 “Kun bara baraaf iddoo boqonnaa koo ti;Fedhii koo waan taʼeef, as nan jiraadha.+ 15 Wantoota barbaachisan ishiidhaaf kennuudhaan baayʼisee ishii nan eebbisa;Hiyyeeyyii ishii nyaata nan quubsa.+
27 Waqtii isaatti nyaata isaanii akka isaaniif kennituuf+Hundi isaanii si eeggatu. 28 Wanta isaanif kennitu walitti ni qabatu.+ Yommuu harka kee bantu, wantoota gaggaariidhaan ni quufu.+
9 Sababiin isaas, inni isa dheebote* dheebuu baaseera,Isa* beelaʼes wantoota gaggaariidhaan quubseera.+
14 “Kun bara baraaf iddoo boqonnaa koo ti;Fedhii koo waan taʼeef, as nan jiraadha.+ 15 Wantoota barbaachisan ishiidhaaf kennuudhaan baayʼisee ishii nan eebbisa;Hiyyeeyyii ishii nyaata nan quubsa.+