LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 136:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Uumama jiraataa* hundumaatiif nyaata ni kenna,+

      Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata.

  • Faarfannaa 145:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Ijji hundi abdiidhaan gara kee ilaala;

      Atis nyaata isaanii waqtii isaatti isaaniif kennita.+

  • Faarfannaa 147:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Inni horiiwwaniif,

      Arraagessota xixinnoo nyaata argachuuf iyyaniifis nyaata ni kenna.+

  • Maatewos 6:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Simbirroota samii hubadhaa ilaalaa;+ isaan sanyii hin facaasan yookiin hin haaman yookiin gootaraatti hin galchan; taʼus Abbaan keessan inni samii isaan soora. Maarree isin isaan caalaa gatii guddaa hin qabdanii?

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi