Faarfannaa 107:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Sababiin isaas, inni isa dheebote* dheebuu baaseera,Isa* beelaʼes wantoota gaggaariidhaan quubseera.+ Faarfannaa 145:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Ati harka kee ni banta,Fedhii uumamawwan jiraatoo hundumaas ni quubsita.+
9 Sababiin isaas, inni isa dheebote* dheebuu baaseera,Isa* beelaʼes wantoota gaggaariidhaan quubseera.+