2 Saamuʼel 6:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Haa taʼu malee, yommuu Taabonni Yihowaa gara Magaalaa Daawititti seenu, Miikaal+ intalli Saaʼol karaa foddaa gad ilaaltee, yommuu Daawit Mootichi Yihowaa duratti utaaluu fi shubbisu argite; garaa ishiittis isa ni tuffatte.+
16 Haa taʼu malee, yommuu Taabonni Yihowaa gara Magaalaa Daawititti seenu, Miikaal+ intalli Saaʼol karaa foddaa gad ilaaltee, yommuu Daawit Mootichi Yihowaa duratti utaaluu fi shubbisu argite; garaa ishiittis isa ni tuffatte.+