-
1 Saamuʼel 18:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Yeroo kanatti intalli Saaʼol Miikaal+ Daawitiin ni jaallatte; oduun kun Saaʼolitti ni himame; kunis isa ni gammachiise.
-
-
1 Saamuʼel 18:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Daawit namoota isaa wajjin deemee Filisxeemota 200 ni ajjeese; gaaʼelaan mootichatti firoomuufis qolofa hunduma isaanii mootichaaf ni fide. Kanaan kan kaʼes, Saaʼol intala isaa Miikaaliin isatti ni heerumsiise.+
-