1 Seenaa Baraa 15:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Haa taʼu malee, yommuu taabonni kakuu Yihowaa gara Magaalaa Daawit dhufu,+ Miikaal intalli Saaʼol+ karaa foddaa gad ilaaltee yommuu Daawit Mootichi utaaluu fi shubbisu argite; garaa ishiittis isa ni tuffatte.+
29 Haa taʼu malee, yommuu taabonni kakuu Yihowaa gara Magaalaa Daawit dhufu,+ Miikaal intalli Saaʼol+ karaa foddaa gad ilaaltee yommuu Daawit Mootichi utaaluu fi shubbisu argite; garaa ishiittis isa ni tuffatte.+