LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 14:49
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 49 Ilmaan Saaʼol, Yonaataan, Yishwii fi Malkishuwaa+ turan. Ijoollee durbaa lamas kan qabu yommuu taʼu, maqaan ishii angafaa Meeraab,+ maqaan ishii quxisuu immoo Miikaal+ ture.

  • 1 Saamuʼel 18:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Daawit Saaʼolii wajjin dubbatee akkuma xumureen, Yonaataanii+ fi Daawit michummaa cimaadhaan walitti maxxanan;* Yonaataanis akkuma lubbuu isaatti isa ni jaallate.+

  • 2 Saamuʼel 1:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Daawitis, “Mee natti himi, maaltu taʼe?” jedhee isa gaafate. Yeroo kanatti namichi, “Loltoonni Israaʼel dirree waraanaatii baqataniiru; namoonni hedduunis kufaniiru, akkasumas duʼaniiru. Saaʼolii fi ilmi isaa Yonaataan iyyuu duʼaniiru” isaan jedhe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi