LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 16:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Akka kanaan, Daawit gara Saaʼol dhufee isa tajaajiluu jalqabe.+ Saaʼolis baayʼee isa jaallachaa dhufe; Daawitis nama meeshaa waraanaa isaaf baatu ni taʼe.

  • 1 Saamuʼel 18:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Guyyaa sanaa jalqabee Saaʼol Daawitiin of biratti hambifate; gara mana abbaa isaatti akka deebiʼus isaaf hin heyyamne.+

  • 1 Saamuʼel 18:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Kanaafuu, Saaʼol of biraa isa fageessee ajajaa kumaa godhee isa muude; Daawitis waraana irratti raayyaa waraanaa ni geggeessa ture.*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi