-
1 Saamuʼel 10:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Mallattoowwan kun yommuu raawwataman, Waaqni dhugaan sii wajjin waan jiruuf wanta siif dandaʼame hundumaa godhi.
-
-
1 Saamuʼel 11:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Saaʼol yommuu wanta kana dhagaʼu hafuurri Waaqayyoo humna isaaf ni kenne;+ innis aariidhaan ni gubate.
-