42 Yonaataanis Daawitiin, “‘Yihowaan bara baraaf anaa fi si gidduu, sanyii kee fi sanyii koo gidduu haa taʼu’+ jennee maqaa Yihowaatiin waan waliif kakanneef,+ nagaadhaan deemi” jedhe.
Achiis Daawit kaʼee ni deeme; Yonaataanis gara magaalattiitti deebiʼe.