LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 20:6, 7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Abbaan kee barbaadee yoo na dhabe ati, ‘Guutummaan maatii isaa waggaa waggaadhaan achitti aarsaa waan dhiheessuuf, Daawit hatattamaan gara magaalaa Beetaliheem+ akka dhaqu akkan isaaf heyyamu na kadhateera’ isaan jedhi.+ 7 Yoo inni, ‘Gaarii dha’ jedhee siif deebise, wanti ana tajaajilaa kee yaaddessu hin jiru jechuu dha. Yoo aare garuu, na miidhuuf akka murteesse kanaan mirkanaaʼaa taʼuu dandeessa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi