1 Saamuʼel 22:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Yeroo kanatti Doʼeeg+ Edoomtichi, inni ajajaa tajaajiltoota Saaʼol taʼe sun akkana jedhee deebise:+ “Ani yommuu ilmi Issey gara Noob gara Ahimelek ilma Ahixuubitti+ dhufu isa argeera. Faarfannaa 52:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Geggeessaa muuziqaatiif. Maaskiil.* Faarfannaa Daawit yommuu Doʼeeg Edoomtichi Daawit gara mana Ahimelek akka dhaqe Saaʼolitti himetti+ faarfate.
9 Yeroo kanatti Doʼeeg+ Edoomtichi, inni ajajaa tajaajiltoota Saaʼol taʼe sun akkana jedhee deebise:+ “Ani yommuu ilmi Issey gara Noob gara Ahimelek ilma Ahixuubitti+ dhufu isa argeera.
Geggeessaa muuziqaatiif. Maaskiil.* Faarfannaa Daawit yommuu Doʼeeg Edoomtichi Daawit gara mana Ahimelek akka dhaqe Saaʼolitti himetti+ faarfate.