1 Saamuʼel 21:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Boodas Daawit gara Ahimelek lubichaa isa Noobitti+ argamuu dhufe. Ahimelek Daawitiin yommuu argu hollachuu jalqabe; achiis, “Kophaa kee kan taatee fi namni tokko illee si bira kan hin jirre maaliifi?” isaan jedhe.+ 1 Saamuʼel 21:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Guyyaa sanatti tajaajiltoota Saaʼol keessaa tokko Yihowaa duraa akka hin deemne waan dhowwameef achi jira ture. Namichi kun nama biyya Edoom+ yeroo taʼu, maqaan isaa Doʼeeg+ jedhama ture; inni ajajaa tiksitoota Saaʼol ture. Faarfannaa 52:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Geggeessaa muuziqaatiif. Maaskiil.* Faarfannaa Daawit yommuu Doʼeeg Edoomtichi Daawit gara mana Ahimelek akka dhaqe Saaʼolitti himetti+ faarfate.
21 Boodas Daawit gara Ahimelek lubichaa isa Noobitti+ argamuu dhufe. Ahimelek Daawitiin yommuu argu hollachuu jalqabe; achiis, “Kophaa kee kan taatee fi namni tokko illee si bira kan hin jirre maaliifi?” isaan jedhe.+
7 Guyyaa sanatti tajaajiltoota Saaʼol keessaa tokko Yihowaa duraa akka hin deemne waan dhowwameef achi jira ture. Namichi kun nama biyya Edoom+ yeroo taʼu, maqaan isaa Doʼeeg+ jedhama ture; inni ajajaa tiksitoota Saaʼol ture.
Geggeessaa muuziqaatiif. Maaskiil.* Faarfannaa Daawit yommuu Doʼeeg Edoomtichi Daawit gara mana Ahimelek akka dhaqe Saaʼolitti himetti+ faarfate.