Faarfannaa 56:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yommuun sodaadhu,+ sitti nan amanama.+ Faarfannaa 56:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Na haleeluuf ni dhokatu;Lubbuu koo balleessuu barbaadaniis,+Tarkaanfii koo hundumaa hordofu.+