-
1 Saamuʼel 2:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Namni Waaqayyoo tokkos gara Eelii dhufee akkana isaan jedhe: “Yihowaan akkana jedha: ‘Ani utuu isaan biyya Gibxiitti mana Faraʼoon keessatti garboota taʼanii jiranii, mana abbaa keetti ifatti of hin mulʼisnee?+
-
-
1 Saamuʼel 2:32Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
32 Israaʼel wanta gaariitti yommuu gammadutti, ati mana koo keessatti ija kee duratti morkattuu ilaalta;+ mana kee keessattis lammata namni dulloomaan hin argamu.
-