Faarfannaa 78:60, 61 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 60 Dhuma irrattis godoo qulqulluu Shiiloo,Dunkaana isa inni namoota gidduu keessa jiraachaa ture sana ni dhiise.+ 61 Mallattoon jabina isaa akka boojiʼamu godhe;Simboo isaas harka diinaatti dabarsee kenne.+
60 Dhuma irrattis godoo qulqulluu Shiiloo,Dunkaana isa inni namoota gidduu keessa jiraachaa ture sana ni dhiise.+ 61 Mallattoon jabina isaa akka boojiʼamu godhe;Simboo isaas harka diinaatti dabarsee kenne.+