LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 4:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Haa taʼu malee, Taabonni Waaqa dhugaa boojiʼamuu isaatiin, akkasumas wanta abbiyyuu ishii fi wanta abbaa manaa ishii irra gaʼeen kan kaʼe,+ “Ulfinni Israaʼel irraa boojuudhaan fudhatameera”+ jechuudhaan, maqaa mucichaa Ikaabood*+ jettee moggaaste.

  • 1 Saamuʼel 5:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Filisxeemonni Taabota Waaqa dhugaa erga boojiʼanii+ booda Ebeen Ezer irraa gara Ashdooditti fidan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi