LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 2:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Israaʼel wanta gaariitti yommuu gammadutti, ati mana koo keessatti ija kee duratti morkattuu ilaalta;+ mana kee keessattis lammata namni dulloomaan hin argamu.

  • 1 Saamuʼel 2:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Wanti ilmaan kee lamaan Hofnii fi Finahaas irra gaʼu kun siif mallattoo ni taʼa: Lamaan isaanii iyyuu guyyuma tokkotti ni duʼu.+

  • 1 Saamuʼel 4:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Taabonni kakuu Yihowaa gara buufatichaatti akkuma seeneen, Israaʼelonni hundi hanga lafti sochootutti guddisanii iyyan.

  • 1 Saamuʼel 4:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Kana malees, Taabonni Waaqayyoo ni boojiʼame; ilmaan Eelii lamaan Hofnii fi Finahaasis ni duʼan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi