1 Saamuʼel 22:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yeroo booda Gaad+ raajichi Daawitiin, “Dahoo sana keessa hin jiraatin. Bakka sanaa baʼiitii gara biyya Yihudaa dhaqi”+ jedhe. Kanaafuu, Daawit achii baʼee bosona Heeretitti seene.
5 Yeroo booda Gaad+ raajichi Daawitiin, “Dahoo sana keessa hin jiraatin. Bakka sanaa baʼiitii gara biyya Yihudaa dhaqi”+ jedhe. Kanaafuu, Daawit achii baʼee bosona Heeretitti seene.