LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 24:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Daawit ganama yommuu kaʼu, dubbiin Yihowaa akkana jedhu gara Gaad+ raajichaa isa Daawitiif mulʼata argu sanaa dhufe: 12 “Dhaqiitii Daawitiin akkana jedhi: ‘Yihowaan akkana jedha: “Ani filannoo sadii siif nan kenna. Isaan keessaa wantan si irratti fidu tokko filadhu.”’”+

  • 1 Seenaa Baraa 21:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Achiis Yihowaan Gaad+ isa Daawitiif mulʼata argu sanaan akkana jedhe: 10 “Dhaqiitii Daawitiin akkana jedhi: ‘Yihowaan akkana jedha: “Ani filannoo sadii siif nan kenna. Isaan keessaa wantan si irratti fidu tokko filadhu.”’”

  • 1 Seenaa Baraa 29:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Seenaan Daawit Mootichaa jalqabaa kaasee hamma dhumaatti barreeffamoota Saamuʼel isa mulʼata argu sanaa, Naataan+ raajichaa fi Gaad+ isa mulʼata argu* sanaa keessatti barreeffameera;

  • 2 Seenaa Baraa 29:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Yeroo kanatti inni akka ajaja Daawit,+ ajaja Gaad+ isa mootichaaf mulʼata arguu fi ajaja Naataan+ raajichaatti Leewwonni siimbaalii, meeshaawwan muuziqaa ribuu qabanii fi baganaa+ qabatanii mana Yihowaa akka dhaabbatan godhee ture; kunis ajaja Yihowaan karaa raajota isaa kenne ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi