11 Daawit ganama yommuu kaʼu, dubbiin Yihowaa akkana jedhu gara Gaad+ raajichaa isa Daawitiif mulʼata argu sanaa dhufe: 12 “Dhaqiitii Daawitiin akkana jedhi: ‘Yihowaan akkana jedha: “Ani filannoo sadii siif nan kenna. Isaan keessaa wantan si irratti fidu tokko filadhu.”’”+