1 Saamuʼel 22:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yeroo booda Gaad+ raajichi Daawitiin, “Dahoo sana keessa hin jiraatin. Bakka sanaa baʼiitii gara biyya Yihudaa dhaqi”+ jedhe. Kanaafuu, Daawit achii baʼee bosona Heeretitti seene. 1 Seenaa Baraa 29:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Seenaan Daawit Mootichaa jalqabaa kaasee hamma dhumaatti barreeffamoota Saamuʼel isa mulʼata argu sanaa, Naataan+ raajichaa fi Gaad+ isa mulʼata argu* sanaa keessatti barreeffameera;
5 Yeroo booda Gaad+ raajichi Daawitiin, “Dahoo sana keessa hin jiraatin. Bakka sanaa baʼiitii gara biyya Yihudaa dhaqi”+ jedhe. Kanaafuu, Daawit achii baʼee bosona Heeretitti seene.
29 Seenaan Daawit Mootichaa jalqabaa kaasee hamma dhumaatti barreeffamoota Saamuʼel isa mulʼata argu sanaa, Naataan+ raajichaa fi Gaad+ isa mulʼata argu* sanaa keessatti barreeffameera;