-
1 Saamuʼel 24:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Daawitiinis akkana jedhe: “Ati ana caalaa qajeelaa dha; sababiin isaas, ati gaarii kan naaf goote taʼus, ani garuu hamaan siif deebise.+
-
-
1 Saamuʼel 24:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Ammas kunoo, ati mootii taatee akka bulchituu+ fi mootummaan Israaʼelis si harkaa akka hin baane nan beeka.
-