LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 13:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Amma garuu mootummaan kee itti hin fufu.+ Ati ajaja Yihowaan siif kenneef waan hin ajajamneef,+ Yihowaan nama akka garaa isaa taʼe ni argata;+ akka inni geggeessaa taʼus Yihowaan saba ofii isaa irratti isa ni muuda.”+

  • 1 Saamuʼel 15:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Yeroo kanatti Saamuʼel akkana isaan jedhe: “Yihowaan harʼa bulchiinsa mootummaa Israaʼel si irraa tarsaaseera; inni nama si irra wayyuuf dabarsee ni kenna.+

  • 1 Saamuʼel 18:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Yeroo kanatti Saaʼol, “Daawitiif kumaatama kudhan kennan; anaaf garuu kumaatama kennan. Wanti utuu isaaf hin kennamin hafe mootummaa qofa dha!”+ jedhee waan yaadeef baayʼee aare;+ sirba kanattis hin gammanne.

  • 1 Saamuʼel 20:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Ilmi Issey lubbuudhaan hamma lafa irra jirutti, atis taate mootummaan kee jabaattanii hin dhaabbattan.+ Kanaafuu, inni ajjeefamuu waan qabuuf,* nama tokko ergiitii isa naa fichisiisi.”+

  • 1 Saamuʼel 23:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Yonaataan Daawitiin, “Abbaan koo Saaʼol waan si hin arganneef hin sodaatin; ati Israaʼel irratti mootii ni taata;+ ani immoo sitti aanee lammaffaa nan taʼa; abbaan koo Saaʼolis kana ni beeka”+ jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi