-
1 Saamuʼel 26:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Achiis Saaʼol sagalee Daawit beekee, “Daawit yaa ilma koo, kun sagalee kee tii?” jedhe.+ Daawitis, “Yaa gooftaa koo yaa mootii, eeyyee sagalee koo ti” jedhee deebise.
-