LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 24:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Achiis Daawit kaʼee holqa sana keessaa baʼee, “Yaa gooftaa koo yaa mootii!”+ jedhee Saaʼoliin ni waame. Saaʼolis duubatti garagalee yommuu ilaalu, Daawit fuula isaatiin lafatti gombifamee sagade.

  • 1 Saamuʼel 24:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Daawit wantoota kana isatti dubbatee akkuma xumureen Saaʼol, “Yaa ilma koo Daawit, kun sagalee kee tii?” jedhe.+ Achiis Saaʼol sagalee isaa ol kaasee booʼuu jalqabe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi