-
1 Saamuʼel 3:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Dogoggorri mana Eelii aarsaawwaniin yookiin kennaawwaniin matumaa dhiifama akka hin arganne mana isaa irratti kanan kakadhe kanaafi.”+
-
-
1 Saamuʼel 4:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Kana malees, Taabonni Waaqayyoo ni boojiʼame; ilmaan Eelii lamaan Hofnii fi Finahaasis ni duʼan.+
-
-
1 Saamuʼel 4:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Eeliinis akkuma namichi waaʼee Taabota Waaqa dhugaa dubbateen, balbala biratti barcuma isaa irraa gara duubaatti kufe; inni kan dulloomee fi qaamni isaa kan ulfaate waan tureefis mormi isaa cabee duʼe. Inni waggaa 40f abbaa murtii taʼee Israaʼeliin tajaajilee ture.
-