3 Daawitii fi namoonni isaa tokkoon tokkoon isaanii maatii isaanii wajjin Gaat keessa Akiish bira ni jiraatan. Daawit haadhotii manaa isaa lamaan, jechuunis Ahinoʼaam+ ishii nama biyya Yezriʼel taatee fi Abigaayil+ ishii nama biyya Qarmeelos haadha manaa Naabaal turtee wajjin ture.