LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 25:39
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 39 Daawit Naabaal akka duʼe yommuu dhagaʼu, “Yihowaan inni arrabsoo Naabaal+ irraa na irra gaʼeef naaf falmee+ fi ani tajaajilaan isaa wanta hamaa akkamii iyyuu akkan hin raawwanne na eege+ haa jajamu; Yihowaan hammina Naabaal mataa isaa irratti deebiseera!” jedhe. Achiis Daawit Abigaayil haadha manaa isaa akka taatu gaafachuuf dhaamsa ishiitti ergate.

  • 1 Saamuʼel 25:42
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 42 Achiis Abigaayil+ yeruma sana kaatee harree ishii irra teessee tajaajiltoota ishii durbaa shan of duukaa buusuudhaan, namoota Daawit ergate sanaa wajjin deemtee haadha manaa isaa taate.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi