1 Saamuʼel 25:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Badiisni gooftaa keenyaa fi mana isaa hundumaa irratti dhufaa waan jiruuf,+ ati maal gochuu akka qabdu murteessi; inni nama gatii hin qabne+ waan taʼeef, eenyu illee isatti dubbachuu hin dandaʼu.” 1 Saamuʼel 25:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Yeroo kanatti Daawit akkana jechaa ture: “Lafa onaa keessatti wanta namichi kun qabu hundumaa eegaa kanan ture akkanumaani. Wanta inni qabu keessaa tokko illee hin badne;+ inni garuu wanta gaarii ani isaaf godheef hamaa naaf deebise.+
17 Badiisni gooftaa keenyaa fi mana isaa hundumaa irratti dhufaa waan jiruuf,+ ati maal gochuu akka qabdu murteessi; inni nama gatii hin qabne+ waan taʼeef, eenyu illee isatti dubbachuu hin dandaʼu.”
21 Yeroo kanatti Daawit akkana jechaa ture: “Lafa onaa keessatti wanta namichi kun qabu hundumaa eegaa kanan ture akkanumaani. Wanta inni qabu keessaa tokko illee hin badne;+ inni garuu wanta gaarii ani isaaf godheef hamaa naaf deebise.+