1 Saamuʼel 25:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Naabaal akkana jedhee tajaajiltoota Daawitiif deebise: “Daawit eenyu? Ilmi Issey kun eenyu? Yeroo harʼaatti tajaajiltoonni gooftolii isaanii jalaa baqatanii badan hedduu dha.+ Faarfannaa 35:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Wanta gaarii ani godheef hamaa naaf deebisan,+Akka gaddi natti* dhagaʼamus ni godhan.
10 Naabaal akkana jedhee tajaajiltoota Daawitiif deebise: “Daawit eenyu? Ilmi Issey kun eenyu? Yeroo harʼaatti tajaajiltoonni gooftolii isaanii jalaa baqatanii badan hedduu dha.+