LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 19:4, 5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Kanaafuu, Yonaataan abbaa isaa Saaʼolitti waaʼee Daawit wanta gaarii dubbate.+ Akkana isaan jedhe: “Mootichi tajaajilaa isaa Daawit irratti cubbuu hin hojjetin; sababiin isaas, inni si irratti cubbuu hin hojjenne; wanti inni siif godhes si fayyadeera. 5 Inni Filisxeemicha rukutuuf jedhee lubbuu isaa balaadhaaf saaxileera;*+ Yihowaanis Israaʼelota hundumaatiif injifannoo* argamsiiseera. Atis kana ilaaltee baayʼee gammaddee turte. Maarree, sababii tokko malee Daawitiin ajjeesuudhaan dhiiga nama qulqulluu irratti maaliif cubbuu hojjetta?”+

  • 1 Saamuʼel 20:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Yeroo kanatti Saaʼol isa ajjeesuuf eeboo itti darbate;+ yeroo kanatti, Yonaataan abbaan isaa Daawitiin ajjeesuuf murteessuu isaa ni beeke.+

  • Ermiyaas 18:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Wanta gaariidhaaf wanti hamaan deebifamuu qabaa?

      Isaan lubbuu kootiif boolla qotaniiru.+

      Dheekkamsi kee isaan irraa akka goru gochuuf,

      Ani waaʼee isaanii wanta gaarii dubbachuuf akkamitti si dura akkan dhaabbadhe yaadadhu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi