1 Saamuʼel 22:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Yeroo kanatti Ahimelek akkana jedhee mootichaaf deebise: “Tajaajiltoota kee hundumaa keessaa kan akka Daawit amanamaa taʼe eenyu?+ Inni soddaa mootichaa,+ ajajaa eegdota keetii fi mana kee keessatti nama kabajamaa taʼe dha.+
14 Yeroo kanatti Ahimelek akkana jedhee mootichaaf deebise: “Tajaajiltoota kee hundumaa keessaa kan akka Daawit amanamaa taʼe eenyu?+ Inni soddaa mootichaa,+ ajajaa eegdota keetii fi mana kee keessatti nama kabajamaa taʼe dha.+