LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 2:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Kanaafuu, Solomoon dubbiin Yihowaan Shiiloo+ keessatti mana Eelii+ irratti dubbate akka raawwatamuuf, luba Yihowaa taʼee akka hin tajaajilleef Abiyaataariin ni ariʼe.

  • 1 Mootota 2:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Achiis mootichi bakka Yoʼaab, Benaayaa+ ilma Yehoyaadaa ajajaa raayyaa waraanaa godhee muude; akkasumas mootichi bakka Abiyaataar, Saadoq+ lubicha ni muude.

  • 1 Seenaa Baraa 29:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Isaanis guyyaa sanatti gammachuu guddaadhaan Yihowaa duratti nyaachuu fi dhuguu isaanii itti fufan;+ ilma Daawit kan taʼe Solomooniin yeroo lammaffaadhaaf Yihowaa duratti mootii godhan; geggeessaa godhanis isa diban;+ Saadoqiinis luba godhanii diban.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi