Keessa Deebii 12:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Waaqni keessan Yihowaan waan isin eebbiseef, isinis taatan maatiin keessan achitti Waaqa keessan Yihowaa duratti ni nyaattu;+ hojii keessan hundumaattis ni gammaddu.+ 2 Seenaa Baraa 7:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Innis jiʼa torbaffaa keessaa guyyaa 23ffaatti namoota sana ni geggeesse; isaanis gaarummaa Yihowaan Daawititti, Solomoonii fi saba isaa Israaʼelitti argisiiseen kan kaʼe ililchaa+ fi garaan isaanii gammadaa gara mana mana isaanii deeman.+ Nahimiyaa 8:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Guutummaan sabichaas wanta isatti himame waan hubateef,+ nyaachuuf, dhuguuf, warra kaaniif nyaata erguu fi baayʼee gammaduuf+ ni deeme.
7 Waaqni keessan Yihowaan waan isin eebbiseef, isinis taatan maatiin keessan achitti Waaqa keessan Yihowaa duratti ni nyaattu;+ hojii keessan hundumaattis ni gammaddu.+
10 Innis jiʼa torbaffaa keessaa guyyaa 23ffaatti namoota sana ni geggeesse; isaanis gaarummaa Yihowaan Daawititti, Solomoonii fi saba isaa Israaʼelitti argisiiseen kan kaʼe ililchaa+ fi garaan isaanii gammadaa gara mana mana isaanii deeman.+
12 Guutummaan sabichaas wanta isatti himame waan hubateef,+ nyaachuuf, dhuguuf, warra kaaniif nyaata erguu fi baayʼee gammaduuf+ ni deeme.