2 Seenaa Baraa 6:41 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 41 Ammas yaa Yihowaa, Taabota jabina keetii wajjin gara bakka boqonnaa keetiitti+ ol baʼi. Yaa Yihowaa, luboonni kee fayyina haa gonfatan; warri siif amanamoo taʼanis gaarummaa keetiin haa gammadan.+
41 Ammas yaa Yihowaa, Taabota jabina keetii wajjin gara bakka boqonnaa keetiitti+ ol baʼi. Yaa Yihowaa, luboonni kee fayyina haa gonfatan; warri siif amanamoo taʼanis gaarummaa keetiin haa gammadan.+