LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 65:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Namni mooraa kee keessa akka jiraatu filattee fi

      Ofitti dhiheessite gammadaa dha.+

      Nuti wantoota gaggaarii mana kee,+

      Mana qulqullummaa*+ kee isa qulqulluu taʼe keessa jiraniin ni quufna.

  • Faarfannaa 132:8-10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Yaa Yihowaa, atis taate Taabonni jabina keetii,+

      Gara iddoo boqonnaa keetti dhufuuf kaʼaa.+

       9 Luboonni kee qajeelummaa haa uffatan,

      Warri siif amanamoo taʼanis haa ililchan.

      10 Tajaajilaa kee Daawitiif jedhiitii

      Isa dibde sana hin dhiisin.*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi