- 
	                        
            
            2 Seenaa Baraa 6:41, 42Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
41 Ammas yaa Yihowaa, Taabota jabina keetii wajjin gara bakka boqonnaa keetiitti+ ol baʼi. Yaa Yihowaa, luboonni kee fayyina haa gonfatan; warri siif amanamoo taʼanis gaarummaa keetiin haa gammadan.+ 42 Yaa Yihowaa, isa dibde sana hin gatin.*+ Jaalala amanamaa tajaajilaa kee Daawititti argisiistes yaadadhu.”+
 
 -