1 Mootota 1:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Saadoq lubichii fi Naataan raajichi achitti Israaʼel irratti mootii godhanii isa ni dibu;+ achiis xurumbaa* afuufaatii, ‘Solomoon Mootichi bara baraaf haa jiraatu!’+ jedhaa. Faarfannaa 18:50 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 50 Inni mootii isaatiif gochawwan fayyinaa* guguddaa ni raawwata;+Isa dibe sanatti,Daawitii fi sanyii isaatti bara baraaf+ jaalala amanamaa ni argisiisa.+
34 Saadoq lubichii fi Naataan raajichi achitti Israaʼel irratti mootii godhanii isa ni dibu;+ achiis xurumbaa* afuufaatii, ‘Solomoon Mootichi bara baraaf haa jiraatu!’+ jedhaa.
50 Inni mootii isaatiif gochawwan fayyinaa* guguddaa ni raawwata;+Isa dibe sanatti,Daawitii fi sanyii isaatti bara baraaf+ jaalala amanamaa ni argisiisa.+