LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 7:15-17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Akkuman jaalala koo isa amanamaa Saaʼol isan si duraa balleesse sana irraa fuudhe,+ jaalalli koo inni amanamaan isa irraa hin fudhatamu. 16 Manni kee fi mootummaan kee si duratti bara baraaf jabaatee ni jiraata; teessoon kees bara baraaf jabaatee ni dhaabbata.”’”+

      17 Naataan jechoota kana hundumaa fi guutummaa mulʼata kanaa Daawititti ni hime.+

  • 1 Mootota 3:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Yeroo kanatti Solomoon akkana jedhe: “Inni amanamummaadhaan, qajeelummaa fi garaa qajeelaadhaan si duratti deddeebiʼaa waan tureef, ati tajaajilaa kee abbaa koo Daawititti jaalala amanamaa guddaa taʼe argisiisteetta. Ilma teessoo isaa irra taaʼu isaaf kennuudhaan, hanga guyyaa kanaatti jaalala amanamaa guddaa taʼe kana isatti argisiisuu kee itti fufteetta.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi