Faarfannaa 2:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 “Ani Xiyoon+ isa gaara koo isa qulqulluu taʼe irratti,Mootii koo muudeera”+ jedha. Faarfannaa 144:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Inni moototaaf injifannoo* kenna,+Tajaajilaa isaa Daawitiin goraadee nama galaafatu jalaa ni oolcha.+
10 Inni moototaaf injifannoo* kenna,+Tajaajilaa isaa Daawitiin goraadee nama galaafatu jalaa ni oolcha.+