Faarfannaa 89:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Tajaajilaa koo Daawitiin nan argadhe;+Zayitii koo isa qulqulluudhaanis isa nan dibe.+ Faarfannaa 89:36 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 Sanyiin isaa bara baraaf jabaatee dhaabbata;+Teessoon isaas akkuma aduu na duratti jabaatee dhaabbata.+ Isaayyaas 9:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Teessoo Daawitii+ fi mootummaa isaa irratti,Badhaadhinni bulchiinsa* isaa,Nagaan isaas dhuma hin qabaatu;+Ammaa jalqabee bara baraaf,Haqaa+ fi qajeelummaadhaan+Cimee ni dhaabbata,+ ni jiraatas. Hinaaffaan Yihowaa Gooftaa Raayyaa kana ni godha. Luqaas 1:32, 33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Inni guddaa ni taʼa;+ Ilma Isa Hundaa Olii ni jedhama;+ Yihowaanis* teessoo abbaa isaa Daawit isaaf ni kenna;+ 33 inni mana Yaaqoob irratti bara baraaf Mootii taʼee ni bulcha; Mootummaan isaas dhuma hin qabaatu.”+ Mulʼata 5:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Haa taʼu malee, jaarsolii sana keessaa inni tokko, “Hin booʼin. Kunoo, Leenci gosa Yihudaa,+ hiddi+ Daawit,+ maraa kitaabaa kana hiikuu fi chaappaawwan isaa torban banuuf injifateera”+ naan jedhe.
36 Sanyiin isaa bara baraaf jabaatee dhaabbata;+Teessoon isaas akkuma aduu na duratti jabaatee dhaabbata.+
7 Teessoo Daawitii+ fi mootummaa isaa irratti,Badhaadhinni bulchiinsa* isaa,Nagaan isaas dhuma hin qabaatu;+Ammaa jalqabee bara baraaf,Haqaa+ fi qajeelummaadhaan+Cimee ni dhaabbata,+ ni jiraatas. Hinaaffaan Yihowaa Gooftaa Raayyaa kana ni godha.
32 Inni guddaa ni taʼa;+ Ilma Isa Hundaa Olii ni jedhama;+ Yihowaanis* teessoo abbaa isaa Daawit isaaf ni kenna;+ 33 inni mana Yaaqoob irratti bara baraaf Mootii taʼee ni bulcha; Mootummaan isaas dhuma hin qabaatu.”+
5 Haa taʼu malee, jaarsolii sana keessaa inni tokko, “Hin booʼin. Kunoo, Leenci gosa Yihudaa,+ hiddi+ Daawit,+ maraa kitaabaa kana hiikuu fi chaappaawwan isaa torban banuuf injifateera”+ naan jedhe.