1 Mootota 15:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Haa taʼu malee, Daawitiin+ kan kaʼe Waaqni isaa Yihowaan isa booda ilma isaa kaasuudhaan, akkasumas Yerusaalem jiraachuu ishii akka itti fuftu gochuudhaan Yerusaalem keessatti ibsaa* isaaf ni kenne.+ 2 Mootota 19:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 “Ani ofii kootii+ fi tajaajilaa koo Daawitiif jedhee+Magaalaa+ kana nan eega; ishiis nan oolcha.”’”
4 Haa taʼu malee, Daawitiin+ kan kaʼe Waaqni isaa Yihowaan isa booda ilma isaa kaasuudhaan, akkasumas Yerusaalem jiraachuu ishii akka itti fuftu gochuudhaan Yerusaalem keessatti ibsaa* isaaf ni kenne.+
34 “Ani ofii kootii+ fi tajaajilaa koo Daawitiif jedhee+Magaalaa+ kana nan eega; ishiis nan oolcha.”’”