LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 11:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Daawit tajaajilaan koo Yerusaalem magaalaa maqaan koo akka ittiin waamamuuf ani ofii kootiif filadhe keessaa na duratti yeroo hunda ibsaa* akka qabaatuuf,+ ilma isaatiif gosa tokko nan kenna.

  • 2 Seenaa Baraa 21:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Haa taʼu malee, Yihowaan yeroo hunda isaa fi ilmaan isaatiif ibsaa akka kennu waadaa galee waan tureef,+ kakuu Daawitii wajjin galeef jedhee mana Daawit balleessuu hin barbaanne.+

  • Faarfannaa 132:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Yihowaan Xiyooniin filateera;+

      Akkana jechuudhaanis iddoo jireenyaa isaa akka taatu kan barbaadu taʼuu isaa ibseera:+

  • Faarfannaa 132:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Achitti jabinni* Daawit akka guddatu nan godha.

      Isan dibe sanaafis ibsaa qopheesseera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi