LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 7:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Barri jireenyaa kee dhumee+ abbootii kee wajjin yommuu boqottutti, sanyii kee isa si booda dhufu, jechuunis ilma kee* nan kaasa; mootummaa isaas jabeessee nan dhaaba.+

  • 2 Saamuʼel 7:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Manni kee fi mootummaan kee si duratti bara baraaf jabaatee ni jiraata; teessoon kees bara baraaf jabaatee ni dhaabbata.”’”+

  • 1 Mootota 11:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Daawit tajaajilaan koo Yerusaalem magaalaa maqaan koo akka ittiin waamamuuf ani ofii kootiif filadhe keessaa na duratti yeroo hunda ibsaa* akka qabaatuuf,+ ilma isaatiif gosa tokko nan kenna.

  • Faarfannaa 132:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yihowaan Daawitiif kakateera;

      Inni matumaa isa akkana jedhee dubbate raawwachuu irraa duubatti hin jedhu:

      “Ani sanyii* kee keessaa isa tokko

      Teessoo kee irra nan kaaʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi