LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 19:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Kana yoo goote, biyya Waaqni kee Yihowaan dhaalaan siif kennu keessatti dhiigni qulqulluun hin dhangalaʼu;+ atis dhiiga namaatiif itti hin gaafatamtu.+

  • 1 Saamuʼel 25:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Ammas yaa gooftaa koo, Yihowaa isa jiraataa taʼee fi lubbuu kee isa jiraataadhaan nan kakadha, dhiiga dhangalaasuudhaan akka itti hin gaafatamnee+ fi harka keetiin haaloo akka hin baane* kan si eege+ Yihowaa dha. Diinonni kee fi warri gooftaa koo miidhuu barbaadan akkuma Naabaal haa taʼan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi